
የሀረሪ ታሪካዊ ጽሁፎች መድብል
...በአርባ አምስት ርእሶች በአርባውበአማረኛ ስጻፉ አምስቱ ብቻ በሀረሪ ቋንቋ የተጸፉ ናቸው፤ ከ10 ክፍሎች አንዱና ዘጠነኛው አምስት የተለያዩ ጽሁፎች ወይም
Books Mikaail Mahammad 732 12th Feb, 2021
Ilminamaa tooftaa ittin jireenya isaa naannoo isaatiin wal simsiisee ittin jiraatu qaba.Malli kuniis aadaa jedhama.Aadaan mallattoo ykn eenyummaa hawaasa tokkooti.Aadaan toftaa hawaasni tokko raawwiilee jiruu fi jireenya isaa ittin calaqqisiifatuudha.